Miseensota Ajaja kaabaaf sagantaan badhaasa Meedaaliyaa fi sadarkaa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Miseensota Ajaja kaabaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sagantaan badhaasa Meedaaliyaa fi sadarkaa kennuu magaalaa Humraatti gaggeeffamuu ibsame.…