Yeroo kanatti wanti dursa laannuuf dhimma biyyaarratti waliin dhaabachuudha- Paartii SDBUG
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Dhimmoota keessoo biyyaarratti dhimmoonni nuti irratti walii hin galle jiraatus yeroo kanatti wanti dursa laannuuf dhimma biyyaarratti waliin dhaabachuudha…