Ispoortii Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa Oromiyaan dursaa jira Ayana Dheressa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) –Dorgommii tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa dorgomamaa jiruun Naannoon Oromiyaa warqee hedduu walitti qabachuun dursaa jira. Tapha Kubbaa Miilaa har'a…
Oduu biyya keessaa Bara dhufu damee ogummaafi teeknikaan barnoota digirii 3ffaa kennuuf qophiin xumurame Ayana Dheressa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Bara dhufu irraa eegalee damee ogummaafi teeknikaan barnoota digirii 3ffaa( Leevelii 8ffaa) kennuuf qophiin xumurameera jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota ogummaa addaa addaan barsiisaa turan eebbisiisan Ayana Dheressa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Yuuniivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota ogummaa addaa addaan barsiisaa turan guyyaa har’aa eebbisiisaniiru. Yuuniivarsiitiin Dabra Birhaan…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa ergama isaa sirnaan bahaacha jira-Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Ayana Dheressa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa ergama isaa sirnaan bahaacha jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.…
Idil Addunyaa Iraan haleellaa Ameerikaan irratti raawwatteef haaloo nan baha jette Ayana Dheressa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Iraan haleellaa Ameerikaan dhaabbilee niwukilaraa ishee sadiirratti raawwatteef filmaatawwan hunda fayyadamuun tarkaanfii haaloo bahannaa akka fudhattu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti- Dooktar Tasfaayee… Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan yaadama man-dhalee maddisiisuun Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan jila Azerbaajaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Dura Taa’aa Dhaabbata Paabilik Sarvisiifi Kalaqa Hawaasummaa Oolivii Meediiyeev fi Ambaasaaddara…
Oduu biyya keessaa Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’e Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’eera jedhe Waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa- Mootummoota Gamtoomanii Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Mootummoonni Gamtoomanii deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa jedhe. Mootummoonni Gamtoomanii Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey… Ayana Dheressa Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey waliin mari’atan.…