Ispoortii Maanchistar Siitiin Woolvisiin goolii 4 fi 0’n injifate Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaand sagantaa torbee jalqabaan Maanchistar Siitiin Woolvisiin goolii 4 fi 0’n injifate. Tapha Maanchistar Siitiifi Woolvis…
Ispoortii Tootanhaamiifi Sandarlaand morkattoota isaanii injifatan Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaand sagantaa torbee jalqabaan Tootanhaamiifi Sandarlaand morkattoota isaanii qabxii walfakkaataa goolii 3 fi 0 injifatan.…
Oduu biyya keessaa Ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Naannichatti riqaaleen daandiiwwan baadiyyaa 65 baasii birrii MIiliyoona 400’n ijaaramaa jiru Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti riqaaleen gandoota baadiyyaa fi aanaa walquunnamsiisan 65 tumsa mootummaa fi dhaabbata miti mootummaan baasii Birrii miIliyoona 400…
Ispoortii Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid qixa bahan Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee jalqabaan Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid goolii malee qixa bahan. Astoon Viilaan sa’aatii 8:30…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Yuukreen Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguufi Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskiin Pireezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp waliin Waayit Haawusitti yeroo lammataaf wal arguuf jedhu.…
Ispoortii Tapha Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni shan ni taphatamu Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi Sagantaa torbee jalqabaan guyyaa har’a taphoonni shan ni taphatamu. Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee…
Teeknooloojii Magaalichatti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti… Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti galuufi jedhe Biiroon Geejjibaa magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Taphni Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta’uu qaba- Abbootii Gadaa Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee. Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha- Dooktar Abiy Ahimd Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimd ergaa miidiyaa…