Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban. Galma guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu milkeessuuf…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa Itiyoophiyaaf boqonnaa haaraa banaa jira- Dooktar Laggasaa Tulluu Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun Ashaaraan Magariisaa Itiyoophiyaaf boqonnaa haaraa banaa jira jedhan.…
Oduu biyya keessaa Biqiltuuwwan dhaaburra darbee kanneen dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha- Aadde Ayinaalem Nugusee Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nuguseen biqiltuuwwan dhaaburra darbee kanneen dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina gama maraa Itiyoophiyaa waaressa- Dooktar Tasfaayee Baljigee Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) –Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri Waamamaa Olaanaan Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigeen Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina gama maraa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee olaanaa… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Araggaa Kabbadaan Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa hawwattummaa tuurizimii kan guddisudha- Salaamaawiit Kaasaa Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan Ashaaraan Magariisaa hawwattummaa tuurizimii kan guddisudha jedhan. Salaamaawiit Kaasaan duula…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Qeellam Wallaggaafi Harargee Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Godinaalee Qeellam Wallaggaafi Harargee Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Jiraattonni godinaalee…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Duulli kun Aanaalee Godina…
Oduu biyya keessaa Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Duulli dhaabbii biqiltuu kun bakka Sadarkaa Itti…