Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti jedhan.
Konfiransiin…