Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Chaad Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Chaad Mahaammad Idiriis Deebiin Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Mahaamad…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa mallatteessan. Waliigaltichi koree araaraa Gamtaa Afrikaan…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Mana Barnootaa Bultii Qaroo Dhabeeyyii 4 ijaaruuf waliigaltee deeggarsaa… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Waajjirri Giiftii Duree Mana Barnootaa Bultii Qaroo Dhabeeyyii Afur ijaaruuf Gamtaa Emereetota Arabaatti Faawundeeshinii Kaliifaa Biin Zayiid Al…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru. "Pirezdaanti Hasan Sheek Mahaammud…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdelmajiid Tabuun waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaati Taayyeen Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaatiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin…
Oduu biyya keessaa Namni beelladota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Namichi meeshaa waraanaan sodaachisuun beellaadoota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka adabamu Manni Murtii…
Oduu biyya keessaa Xannachi kiloo giraama 12 ulfaatu wal’aansaan baafame Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Hospitaala Jalqabaa Hoolataatti Xannachi kiilo giraama 12 ulfaatu tajaajila baqaqsanii wal’aanuu haadhaa tokkoo keessaa baafame. Xannachichi erga…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Jaasiikaa Aluuppoon Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarraatti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Jaasiikaa Aluuppoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Umaaroo Siisookoo Embaaloon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…