Manni Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti jalqabaa baname
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa, Mana Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e banuun eerame.
Sirna baniinsa mana barnootichaarratti…