Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Loogoo haaraa ifoomse Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Loogoo, Biraandiingii fi Faaruun haaraa ifoomse. Afyaa’iin caffee oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan akka ibsanitti loogoo,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis dhimmoota gamlamee fi…
Ispoortii Keeppiverdeen tapha mo’ataanii darbuuf darbite Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan Keeppiverdeen biyya jalqabaa tapha mo’atanii darbuuf darbite taate. Tapha har’a gaggeeffameen Keeppiverdeen 3 fi 0’n…
Oduu biyya keessaa Gareen yakka saamichaa (‘Shuwaashuwaa’) to’annoo jala oolan Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Naannawaa garaagaraatti konkolaataan socho’uun tooftaa hannaa ‘Shuwaashuwaa” jedhamuun gareen yakkaa saamichaarratti bobba'ee fi miseensota 7 qabu to’annoo…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) sirnoota garaagaraatiin kabajame Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) Finfinnee dabaltee magaalotaa garagaraatti haala duudhaa amantaa isaa eeggateen kabajameera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy turtii Kaampalaa xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi’an Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Ugaandaa Kaampaalaatti taasisaan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa faaya sabdaneessummaan addunyaarratti itti mul’anuudha-Obbo Fiqaaduu Tasammaa Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa qabeenya Kiliyaa sonawwan nageenyaa fi waloomaa waliin jireenya keenya keessatti gabbifannee fi faaya sabdaneessummaan addunyaarratti itti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa maqaa gaarii biyya ijaaruu cinaatti faayidaa diinagdee kan qabudha-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa maqaa gaarii biyya ijaaruu cinaatti faayidaa diinagdee kan qabu ta’uu Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfnnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Imala Gonfoo “Man of the Globe” Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Hojjaan akka birbirsaa yeroo sansakaa qixaa’e faanaa walmadaalee tarkaanfatu surraa gonfatee midhaginaa irraa calaqqisuun lafa kana miidhagsa. Sababa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa walin mari’atan Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministiri Muumme FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiin Adesiinaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy yaa’ii…