Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa eegale
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa Dhaabbilee Barnootaa Olaanootti eegaluu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…