Dhalachuun Yesuus Dhiifama, Araaraafi Deebisanii Ijaaruu Kan Nu Barsiisedha- Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…