Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa eebbifame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa ijaarame xumuramuun har’a eebbifameera.
Manni barnootichaa Bakkaa Kantiibaan Buchiinsa…