Idil Addunyaa Ameerikaatti tajaajilli Tiiktookii addaan cite Debela Tadesse Jan 19, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Nageenya Magaalaa Goondar cimsa eegaa-Pir. Taayyee Atsiqasillaasee Debela Tadesse Jan 19, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)-Ummanni nageenya Magaalaa Goondar cimsanii akka eegan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hubachiisan. Ayyaana Cuuphaa Magaalaatti…
Oduu biyya keessaa Balaan ibiddaa Aanaa Wandootti mudatee ture to’atamuun ibsame Debela Tadesse Jan 19, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)-Balaan ibiddaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandoo Ganda Gootuu Olomaa bosona gaara Abarootti mudatee ture to'atamuu Bulchiinsi Aanichaa ibse. Balichi…
Oduu biyya keessaa Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf kan nurraa eegamu bahachuu qabna-Abuna… Debela Tadesse Jan 19, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf gahee nurraa eegamu bahachuu qabna jechuun Paatiriyaarkin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo…
Teeknooloojii Manni Murtichaa Tiiktookiin yoo hingurguramne akka cufamu deeggarsa seeraa gaafatu kenne Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Fayyaa Du’aatii Tasaa Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Hawaasa keessatti nama ni du'aan hintilmaamamne irratti du’aatiin tasaa yeroo mudatu darbee darbee kan dhaga’amuudha. Innis "abaluu akka tasaa du’e.…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Ayyaana Cuuphaa fi Sirna Kataraaf Daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaanaa Cuphaa fi sirna kataraa Amajjii 10-12, 2017tti Magaala Finfinnee bakkoota garaagaraatti kabajamuuf muddamni tiraafikaa akka hinuumamneef daandiilee…
Oduu biyya keessaa Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabame-Ministeericha Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Oomishi Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misooma Jirbii Ministeerichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Duulli bakka bultii Taabotaa qulqulleessuu gaggeeffame Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaana Cuuphaa Sababeefachuun Duulli bakka bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleessuu gaggeeffameera. Duulichis mata duree “Ayyaana…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu balaawwan qaqqabanirraa baraarameera-Komishinicha Debela Tadesse Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Baatiiwwaan ja’an darban balaa qaqqabaniin manca’uuf kan ture qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Komishiniin Hoggansa…