Yakkoota saayibarii ittisuuf biyyoonni adeemsa qindaa’aa hordofuu barbaachisa-Obbo Solomoon Sookaa
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Yakkoota saayibarii ittisuuf biyyoonni adeemsa qindaa’aa yeroon gaafatu hordofuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Olaanaan Bulchiinsaa Nageenyaa…