Arsii Lixaatti lafti hektaarri kuma 544 ol qonnaa Gannaan misoomaa jira
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kuma 544 ol midhaan akaakuu garagaraan qonna Gannaan misoomuun himame.
Godinichatti karoora imala badhaadhinaa…