Idil Addunyaa Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudate Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudachuun gabaafame. Kirkirri lafaa mudate kunis, Reektar Iskeelii 6.3 kan galmaa’e yoo ta’u, kutaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan darba-Qorannoo Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan akka darbu qorannoon ifoomse. Bu’aan qorannoo ifoomees biyyoota akka…
Idil Addunyaa Sagantaan Nyaataa Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf… Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf hojii eegaluu…
Oduu biyya keessaa Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate. Ameerikaa kan jiraatu lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 Hiiman Baqqalaa badhaasa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru. Emmii Pooppi…
Oduu biyya keessaa Qabxii Olaanaan Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO 637 galmaa’e Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaatti qabxii olaanaan 637 galmaa’e. Waldichi akka beeksisetti, barattoonni Bultii Addaa qabxii boonsaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argatte faayidaa Afrikaanotaaf akka dhaabbatuu… Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Ityoophiyaan fudhatamummaa damee dippilomaasiin argattetti fayyadamuun waltajjilee damee hedduu irratti ofirraa dabartee faayidaa Afrikaanotaaf akka…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa federaaliizimii Fiiskaalaa sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf hojjetamaa jiraachuun… Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Federaaliizimii Fiiskaalaa gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuud hojjetamaa jiraachuu Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Koreen dhaabbii dhimmoota Eenyummaa, Bulchinsa Daangaa fi Ijaarsa Nageenyaa mari’achaa jira Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Mana Maree Federeeshiniitti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Eenyummaa, Bulchinsa Daangaa fi Ijaarsa Nageenyaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa jira.…
Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomuu Ministeerri Barnoota beeksise. Ministirri Ministeera Barnoota Piroofessar Birhaanuu Naggaan…