Idil Addunyaa Ameerikaan waraana ishee gara Isaraa’elitti siqsite Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Hamaas naannawaa Kibba Israa’elitti haleellaa raawwachuu hordofee Ameerikaan waraana ishee gara Israa’elitti siqsuun gabaafame. Nageenyi Biyyaalessaa…
Biiznasii Korichi Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastiriitti akka oomishan tattaaffii akka… Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Abbootiin Qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaatti akka oomishan tattaaffii akka taasisu Koreen Koorporeeshinii michummaa…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa Paarlaamaa fi Mana Maree Federeeshinii har’a gaggeeffama Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana Maree Federeeshinii bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaan har’a ni gaggeeffama. Sirna baniinsa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli beekumsa Kaayizanii hunda’uun ce’umsa beekumsaaf gahee olaanaa akka bahatu ibsame Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Giddugalli beekumsa Kaayizanii Itiyoophiyaatti hunda’uun Afrikaanota gidduu ce’umsi beekumsaa akka jiraatuuf gahee olaanaa akka bahatu Ittaanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar…
Ispoortii Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turkitti gaggeeffameen Atileetonni… Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turki Ankaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Dorgommicha dhiirotaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan qaamolee milkaa’ina Irreechaa Hora Harsadiif gumaachan galateeffatan Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Ayyaanni Irreechaa hora Harsadii karaa nagaa fi milkaahina qabuun xumuramuu isaatiin qaamolee milkaahina ayyaana kanaatiif gumaacha taasiftan hundaan…
Ispoortii Har’a Arsenaalii fi Maanchister Siitiin Morkii jabaa gaggeessu Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandiin har’a Arsenaal dirree isaa Emireetis irratti Maanchister Siitii keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaan eegama.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa Irreecha meeshaa dippilomaasii akka ta’u mirkaneessuuf cimsee kan hojjetu… Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Biyyattiin Irreecha akka meeshaa dippilomaasii tokkootti akka itti fayyadamtu fi turiizimii ishee dagagsituu mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 boru akka ifoomu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa, barattoonni…