Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hirmaattota AMALI waajjiraa isanitti simatan Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattota Inisheetivii Hogganasaa Kantiibota Afrikaa (AMALI) waajjira isaanitti simataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannawaan Hora Finfinnee (Doloolloo Buddeenaa) qulqulleeffame Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Hojjettoonni Baankii Gadaa fi Manaajimeentiin baankichaa, Finfinnee Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qiirqoos waliin ta'uun duula qulqullinaa naannawaa Irreecha…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis M/Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Guraageetti ijaarama ture… Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Mana Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Godina Guraageetti ijaarame eebbisisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 12 fuudhan Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyophiyaatti kan muudaman Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota haaraa biyyoota 12 fuudhaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Qormaanni seensaa barnoota digirii 2ffaa Fulbaana 28-30, 2016 kennama Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti qormaanni seensa barnootaa digirii 2ffaa Fulbaana 28-30, 2016 yuunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti akka kennamu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni milka’inaa marii biyyaalessaaf hirmaannaa jalqaban cimsanii itti fufuu qabu-Obbo… Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa, milkaa’ina Marii Biyyaalessaarratti hirmaannaa taasisuu eegalan cimee itti fufuu akka qabu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Biiznasii Gamtaan Awurooppaa Itiyoophiyaaf sagantaa deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 650 ifoomse Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Itiyoophiyaaf sagantaa deeggarsaa waggaa damee hedduu Yuuroo miiliyoona 650 ifoomseera. Hammattoo deeggarsichaas Ministira…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisuu akka itti fufu ibse Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu Dursaan Ittaanaa Pireezidaantii Paartichaa Obbo Adam Faarah…
Oduu biyya keessaa Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa eebbifame Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa Magaalaa Bishooftuutti ijaarame eebbifameera. Galmi Miseensota Shanan Gadaa Tuulamaa bara Gadaa Melbaa keessa deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Baazaariin Irreechaa baname Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jala bultii Irreechaa sababeeffachuun Baazaariin Irreechaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti banameera. Baazaarii kanarratti uffannaaleen aadaa…