Oduu biyya keessaa Aanaa Dullachaatti Volkaanoon dho’e Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)- Naannawaa tibbana kirkirri lafaa itti mudataa ture keessaa Aanaa Dulachaa Gaara Doofan irratti Volkaanoon dhowuun eerame. Dhohiinsa Volkaanichaa hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan bu’uura waliigaltee isaaniin mari’achaa jiru-MDhA Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa bu’uureffachuun mariiwwan itti fufiinsaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministerri Dhimma Alaa Beeksise. Dubbii Himaan…
Idil Addunyaa Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruun lubbuun namoota 27 darbe Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Naannawaa qarqara Bahaa Galaanaa Tuuniiziyaatti balaa galagaluu bidiruu mudateen lubbuun namoota 27 darbuu aanga’oonni biyyattii beeksisan. Bidiruuwwan…
Biiznasii Meedirook Birrii biiliyoona 26’n Warshaa Warqee Beenishaangul Gumuzitti ijaaruufi Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Garee Investimantii Meedirook Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aaanaa Bulanitti Warshaa Warqee Birrii biliyoona 26’n ijaaruuf ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makaman Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makamaniiru. Dhaabbileen kunneenis, Poostaa Itiyoophiyaa, Garee…
Oduu biyya keessaa Qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyaatanii mirkaneessuuf to’annoon taasifamaa jira Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)-Ayyaana qilleen walqabatee qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyaatanii mirkaneessuuf to’annoo fi horodffii cimaan taasifamaa jiraachuu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa Hojii eegale Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hojii barbaaddota 600 olii fi intarpiraayizoota kuma 95 ol galmeessuuf kan karoorfate duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa(E-LMIS) hojii eegalamuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Gaaffii dhiyeessii elektirikii biyyootaaf adeemsan deebii kennuuf hojjetamaa jira-HEI Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)-Biyyoota gaaffii dhiyeessii elektirikii Itiyoophiyaaf dhiyeessaaniif adeemsaan deebii kennuuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa ibse.…
Biiznasii Riizoortiin Haayilee Jimmaatti tajaajila eegale Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Reezoortiin Hayilee 10ffaan Magaala Jimmaatti Birrii biiliyoona 1.7’n ijaarame tajaajila eegaleera. Rezoortiichi akka naannawaa Kibba Lixaatti kan…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf mari’atame Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf kan kaayyeeffate waltajjiin marii gaggeeffameera. Waltajjii marichaarratti…