Idil Addunyaa Fooramiin hojii uumuu Afrikaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Fooramiin Hojii Uumuu Afrikaa Finfinnee, galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi mata duree “Naannawaa daldala walabaa Ardii…
Oduu biyya keessaa Ambootti Pirojektoonni garaagaraa 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman eebbifaman Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa Magaalaa Ambootti Pirojektoonni 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru. Sirna eebbicharratti Miseensi Caffee fi…
Oduu biyya keessaa Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan invastimantiirratti… Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Godina Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan 262 dameelee invastimantii garaagaraarratti hojjataa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee hawaasummaa fi bu’uuraalee misoomaa lammmiilee deebisuuf hojjetama jira-Obbo Kadir Juhaar Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajji, 29, 2015 (FBC)- Mootummaan gaaffiilee hawaasumma fi bu’uuraalee misoomaa lammiileef deebii laachuuf karoora damee hedduu bocuun socho’aa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Baajatni bara 2016 Birrii Biiliyoona 801.65 ta’uun ragga’e Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee baajataa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.65 raggaasise. Manni marichaa walga’ii Idilaa har’a gaggeesseen…
Idil Addunyaa Jijjiiramni qabeenyaa qilleensaa hamaan mudachuu danda’aa-WHO Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jijjiramni qabeenya qilleensaa hamaan Addunyaa irratti mudachuu akka danda’u ibse. Daayrektarri Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Guddinni diinagdee Ityoophiyaa qabatamaan kan mul’atudha- Dr. Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)-Guddinni Diinagdee Ityoophiyaa raagaa saayinsaawaa ogeeyyiin kaa’amuu cinatti guddina qabatamaan mul’atu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan jila Biiroo Fayyaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 5, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan miseensota jila Biiroo Fayyaa Chaayinaa Bulchiinsa Hanaan irraa dhufan waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Chaayinaan, Ameerikaan meeshaalee waraanaa Taayiwaanitti akka hingurgurre mormite Debela Tadesse Jul 5, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ameerikaan Taayiwaaniif meeshaalee waraanaa gurguruu hinqabdu jechuun Chaayinaan cimsitee mormite. Baatii Bitootessaa keessa Ameerikaan meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an hojjetamaa… Debela Tadesse Jul 5, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an hojjetamaa jiraachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarrii Chaayinaa…