Oduu biyya keessaa Ayyaana Arafaa Boru kabajamuuf daandileen cufaman ifooman Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Arafaa guyyaa borii kabajamuu sababeeffachuun Sirnaa Ayyaanichaa gaggeeffamee hanga xumuramurtti daandilee sochii tiraafikaaf cufaa ta’an…
Biiznasii Barana dandeettiin oomishaa %53 guddachuun ibsame Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dandeettiin omishaa weerara Vaayirasii Koroonaa, waraana kutaa Kaabaa biyyattii fi jeequmsaa diinagdee addunyaa mudateen duraa %46 kan ture, barana…
Oduu biyya keessaa Obbo Fiqaadu Tasammaan Ayyaana Arafaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan, hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundaan Ayyaana Iidal Adahaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Iidal Adahaa ilaalchisuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota Amantaa Islaamaan baga Ayyaana Iid Al Adahaa Waggaa 1444ffaa Nagaan Geessan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Iidal Adahaa boru kabajamu ilaalchisee ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsaniiru. Iidal Adahan ayyaana…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen jila bizinasii Naayijeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen jila Bizinasii Naayijeeriyaa Pireezidaantii Duraanii Naayijeeriyaa Oliseengoo Obasaanjoon durfamuu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan wixineewwan Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa kaa’e dhugoomsuuf… Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa wixineewwan kaa’e dhugoomsuuf Ityoophiyaan kutannoo qabaachuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dhaloota cimaa ijaaruu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daa'imman qaamaa fi sammuun dagaaganii akka guddatan cimnee hojjechuu itti fufna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuun durfamu facaasaa kilaastera Qamadii eegalchiise Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aatti facaasaa kilaastara Qamadii eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeffachuun maddii qoodan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun manguddootaa fi miidhamatoota qaamaaf maddii qoodaniiru.…