Hoggantoonni naannichaa tokkummaan bu’aa fiduuf kutannoon hojjechuu qabu-Obbo Umad Ujuluu
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Hoggantoonni Naannoo Gaambeellaa tokkummaa raawwii fi ilaalchaa uumuun damee hundaan bu’aa barbaadamu fiduuf kutannoon hojjechuu akka qaban…