Oduu biyya keessaa Jiraattonni hiriira ba’uun waamicha nagaa taasisan Debela Tadesse Dec 22, 2024 0 Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)-Jiraattonni Godinaalee Oromiyaa garaagaraa miseensota WBO bosonatti hafaniif irra deebiin waamicha nagaa dabarsaniiru. Haaluma kanaan Godina Shawaa…
Oduu biyya keessaa Nageenya foyya’aa naannichatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa qabatamaan bu’aa argamsiisaa… Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Nageenya fooyya’aa Naannoo Amaaraatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa fi bu’aaleen imala badhaadhinaa eegalamuuf ragaa ta’an qabatamaan mul’achaa…
Idil Addunyaa Moozaambiikitti Rooba Omboboleessa cimaan walmakee roobeen Lubbuun namoota 73 darbe Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Kaaba Moozaambiikitti Rooba Omboboleessa cimaan walmakee roobeen Lubbuun namoota 73 darbuu Mootummaan biyyattii beeksise. Balicha hordofee har'a halkanii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoona 56 ol walitti qabamuu… Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 56 ol walitti qabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Walga’ii idileen hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi Nageenyaa Kiigaaliitti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Walga’ii idileen 33ffaan hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi Nageenyaa Afrikaa Bahaa Ruwaandaa Kiigaaliitti gaggeeffamaa jira. Walga’icharratti Jilli…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Misooma kooriidarii Bishooftuu ammayyummaa magaalattii fooyyessu-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Hojiileen misooma kooridarii qindaa’a Magaalaa Bishooftuu maqaa gaarii magaalattii dabaluu, ammayyummaa fi jireenya jiraatota kan fooyyessan ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Kumni 100 fi kumni 60 ol hojiif biyya alaatti bobbaafamuun ibsame Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)-Baatiiwwan shanan darban lammiileen kumni 100 fi kumni 60 ol karaa seera qabeessaan hojiif biyyoota garaagaraatti bobbaafamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa…
Teeknooloojii Teeknoon imala ce’umsa dijitaalaa Itiyoophiyaaf gumaachaa jira jedhame Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Teeknoo Itiyoophiyaan, imala ce’umsa dijitaalaa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa taasisaa jiraachuun ibsame. Teeknoon Teeknooloojii Haaraa AI jedhamu bakka…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Aspaaltii Ganda Shanoo-Gundoo Masqal eegalchiifame Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)-Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ijaarsa daandii Aspaaltii Ganda Shanoo-Gundoo Masqal eegalchiisaniiru. Sirna…
Oduu biyya keessaa Giddugaloonni ijaaraman onuurra galii akka maddisiisaniif hojjetamaa jira-Koorporeeshinicha Debela Tadesse Dec 20, 2024 0 Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Giddugaloonni Ce’umsa Baadiyyaa Oromiyaatti ijaaraman onanii taa’uurra kaayyoo ijaaramaniif utuu hinfaallessin galii akka maddisiisaniif hojjetamaa jiraachuu…