Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa Tumsaa ijoo Itiyoophiyaati jedhame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Gamtaan Awurooppaa tumsaa ijoo misoomaa fi nageenyaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa ibse. Jila Itiyoophiyaa Ministira Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Nageenyaa taasifame uummata tasgabbeesseera-Mana Marichaa Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti waliigalteen nageenyaa Mootummaa naannichaa fi qondaaltoota WBO giddutti taasifame ummataaf tasgabbii waaraa kan kennu ta'uu Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Biiricha Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii kan itti fufan ta’uu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise. Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa…
Oduu biyya keessaa Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Ispoortii Atileet Suutumee Asaffaa Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiloo meetiraa 25 injifatte Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Atileet Suutumee Asaffaa Hindi Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiiloo meetira 25 gaggeeffame injifatteetti. Atileet Suutumeen dorgommicha sa’aatii 1 fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma alaa Ajeelriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin dhimmoota gamlamee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ugaandaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ummata Ugaandaa Jeneraal Muheezii Kaayineeruugbaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa Pireezidaantii Aljeeriyaarraa ergame fuudhan Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdulmajiid Teebunee irraa ergame fudhachuu ibsan. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Biiznasii Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale. Gareen Indaastirii Sukkaaraa Itiyoophiyaa warshichi bara 2017 hojii sukkaaraa oomishee baasuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti sirni baniinsaa ajandaa walitti qabuu gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaatti sirni baniinsaa ajandaa marii walitti qabuu gaggeessaa jira. Naannichatti aanaalee 356 irraa bakka…