Oduu biyya keessaa IGAD Waliigaltee Ankaaraa akka deeggaru ibse Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) waliigaltee Ankaraatti Mootummaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti gaggeeffame deeggaruuf kutannoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Hidha Jallisii Welmeel daawwatan Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan pirojektii Hidha Jallisii Welmeel daawwataniiru. Pirojektichi Aanaa Harannaa Bulluqitti baasii Birrii…
Fayyaa Guyyaan HIV Shaashamanneetti kabajame Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AIDS Sadarkaa Oromiyaatti Mata duree "Tajaajila HIV/AIDS Kabaja lammiilee giddugaleeffate lammiilee hundaaf" jedhuun Magaalaa Shaashamaneetti…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’iinsi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa dhaqqabamaa taasisuuf gargaara-Dooktar Tasfaayee… Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti Gurmaa’insi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa hanga gandaatti dhaqqabamaa taasisuu fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf kan gargaaru…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwatan Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwataniiru. Pirojektichi…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenya-Pirof.… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenyummaan kan ibsamuudha jedhan Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar…
Fayyaa Guyyaan HIV AID’s sadarkaa Oromiyaatti Boru Shaashamanneetti kabajama Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AID's Sadarkaa Oromiyaatti borii Magaalaa Shaashamanneetti kan kabajamu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaa Itti Aanaa Biirichaa…
Teeknooloojii Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol argachuuf gargaaru ifoome Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol salphaatti argachuuf gargaaru Ministeera Maallaqaan ifoomeera. Seeronni kunneen Afaanota Amaaraa fi…
Ispoortii Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi milkaa’ina ajandaa adda baasuu Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa milkaa'ina marii ajandaa adda baasuu Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin mari'ateera. Mariicha…