Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Lixaatti hojiileen misoomaa daawwataman Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Godina Shawaa Lixaatti hojiileen misooma qonnaa daawwataman. Daawwannichaan hojiin misooma Garbuu Nyaataa Aanaa Walmaraatti daawwatameera. Afyaa’iin…
Ispoortii Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf meedaaliyaa Warqee argamsiiste Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ajaajaa Shantamaa Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoon Raayyaa Ittisa Biyyaaf Meedaaliyaa Warqee argamsiistetti. Naayijeeriyaa Magaalaa Abujaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy oomisha Paappayyaarratti kanneen bobba’an oomisha dabaluuf akka tattaafatan waamicha… Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad oomisha Paappayyaarratti kanneen bobba’an oomisha dachaan dabaluuf akka tattaafatan waamicha dhiyeessaniiru.…
Ispoortii Liiverpuul Saawuzhaampitaniin injifachuun dursummaa isaa cimsate Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Pirmiyeeliigii Ingiliz torbee 12ffaa har’a gaggeeffameen Liivarpuul Saawuzhaampitaniin 3 fi 2’n injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ijaarsa nageenya waaraaf tattaaffii taasiftu akka deeggaran dhaabbileen Idil Addunyaa… Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan ijaarsa nageenya waaraaf tattaaffii taasiftu akka deeggaran bakka bu’oonni dhaabbilee sadarkaa Ardii fi Idil Addunyaa ibsan. Sirni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Konkolaattota elektirikii %95 fayyadamuuf hojjechaa jirti Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan waggoottan 10’n dhufan keessa konkolaattota elektirikii %95 fayyadamuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Qabsoofi Wareegama Oromoo Tuulamaa (1270-1992)” eebbifame Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Kitaabni mata duree "Qabsoo fi Wareegama Oromoo Tuulamaa (1270-1992)" jedhuun barreeffame ebbifame. Kitaabichi Barsiisaa Mallasaa Ijaaraa fi Darriboo…
Oduu biyya keessaa Obbo Ordii Badriin damee tuuriizimiin walta’iinsaan hojjechuuf Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa… Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii damee tuuriizimiirratti walta’iinsaan hojjechuuf Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti waltajjiin xumuraa kabaja Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa… Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti waltajjiin xumuraa kabaja Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa fi mariin paanaalii Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Oduu biyya keessaa Waggoottan 5’n itti aanan baala shaayii irraa galii Doolaara miiliyoona 700 argachuuf karoorfamee… Debela Tadesse Nov 24, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Waggoottan shanan itti aanan baala shaayii irraa galii Doolaara miiliyoona 700 argachuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…