Oduu biyya keessaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 25, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)-Addabaabayii Masqalaa Bakka sirni Daamaraa itti gaggeeffamu sagantaan duulaan qulqulleessuu raawwateera. Duulaa qulqulleessuu kanarratti Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti ayyaanni Masqalaa kabajamee hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Ayyana Daamaraa fi Masqalaa Wiixataa fi Kibxataa dhufu kabajamu nagaan kabajame hanga xumuramutti sochiin doqdoqqee akka hinjiraanne murtaa’e. Ejensiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaaku Aallibal Afrikaa Bahaatti Hoggantota Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Aallibal Afrikaa Bahaatti Jila Ittaanaa Daayrektara Jeneraalaa Baankii Misoomaa Afrikaa Abdul Kaamaaraa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandii qilleensaa Addunyaa afur injifate Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Iskaaytiraaksi 2022 irratti badhaasa afur injifate. Daandichi sadarkaa 11tti guddisuun addunyaarraa daandiiwwan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejibaa fi Loojistiksii RIB’f deeggarsa Birrii miiliyoona 42 olii taasise Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ministeerri Geejibaa fi Loojistiksii fi dhaabbileen itti waamamtootaa Raayya Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshaalee fi maallaqa Birrii miiliyoona 42 oliitti…
Oduu biyya keessaa Egzibiishiniin qabeenya tuurizimii Beeniishaangul Gumuuz beeksisu baname Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Beenishaangul Gumuuzitti qabeenyaa damee hedduu argaman beeksisuuf egzibiishiniin qophaa’ee banameera. Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuuz Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Misoomaa Ingilizii fi Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Moozaambiik waliin… Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqa Mokonnin, Ministiraa Misoomaa Ingilizii Viikii Fordii fi Ittaanaa Ministiraa Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Masqalli duudhaa isaan akka kabajamuuf hunduu gahee isaa akka bahatu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa isaa haala eeggateen akka kabajamuuf hunduu gahee gama isaa akka bahatu Manni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Anniisaan hurka lafa jalaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Pirojektii Qotiisa Hurka Lafa Jalaa Alutoo Laangaanoon hanga ammaatti anniisaan hurkaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame. Humna Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Masqalaa fi Daamara irratti daballii gatiifi nageenya hordofuun barbachisaadha – Zhaanxiraar… Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ayyaana Masqalaa fi Daamara irraatti hawaasni daldalaa daballii gatii fi wantoota nageenyaaf shakkisiisoo ta’an hordoffii taasisuu akka qaba Itti Aanaan…