Oduu biyya keessaa Jilli MM Abiy Ahimad Jibuutii gale Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Jilli Olaanaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo daawwannaa hojiif Jibuutii galeera. Jilli garechaa wayiita…
Oduu biyya keessaa Watwaannaan garee ABUT yeroo bitachuufi-Pirofeesar Aan Jeeraaldi Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Yeroo ammaa watwaannaan dhukaasa dhaabuu shororkeessaa ABUT dhagaa’amu nageenya waaraaf carraa kennuuf utuu hintaanee kufaatii mudateen dandamachuuf ta’uu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa weerara lafaa fi nageenyarratti xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhame Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee weerara lafaa fi dhimmoota nageenyaarratti xiyyeeffannaan hojjechuu akka qabu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Oduu biyya keessaa Lammilee fi dhaabbilee garee ABUT’n miidhamaniif deeggarsi meeshaalee Doolaara miliyoona 5 taasifame Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Lammilee fi dhaabbilee garee shororkeessaa ABUT’n miidhaaman deeggarsa meeshaalee Doolaara miiliyoona 5 baasanii taasisuu Neetwoorkii Deeggarsa Hawaasummaa…
Fayyaa Ittisa dhibeewwaniif muuxannoowwan qulqullinaa babal’isuu barbaachisa jedhame Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)-Imaammata fayyaa ittisa dhibeewwanii irratti xiyyeeffate milkeessuuf muuxannoowwan qulqullina naannoo fi dhuunfaa babal'isuun barbaachisaa ta’uu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Baankiin Biyyaalessaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 19 taasise Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa miindaa baatii tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf gumaachaniiru. Deeggarsi hoggaantoonnii fi…
Oduu biyya keessaa Rakkooleen Afriikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi- Amb. Tashoomaa… Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Rakkoleen Afrikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi jechuun Chaayinaatti Ambaasaaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Togaa ibsan.…
Biiznasii Tilmaamni gatii simmiintoo haaraan ba’e Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Qaala’iinsa gatii simmiintoo ittisuuf tilmaamni gatii oomisha simmintoo haaraan ba’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manneen hojii ministeeraa sosochii galii walitti qabuu idil addunyaa eegalchiisan Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Ministeerri Maallaqaa, Tajaajila Diyaaspooraa Ityoophiyaa waliin ta’uun, baatii tokkoof kan turu sosochii galii walitti qabu…
Idil Addunyaa Yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan eegale Debela Tadesse Sep 14, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Jijjiirama qabeenya qilleensaa fi kanneen biroorratti kan xiyyeeffate yaa’iin waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaan Niwuyoorkitti…