Hojiileen misoomaa seenaa Magaalaa Goondariin gitan hojjetamaa jiru-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Magaalaa Goondaritti hojiileen misoomaa seenaa magaalattii gitan saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaan ibsan.…