Oduu biyya keessaa ABUT duguggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate yaadatame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT duguuggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate waggaa 1ffaan Ciinaatti gaggeffameera. Sirna yaadannoo kanarratti…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan magaalattii seenaa jiru jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Ayyaana dhufaa jiru sababaeeffachuun galteewwan yeroo ayyaanaa barbaachisan oomishaaleen hedduun gara Magaalaa Finfinnee seenaa jiraachuu Bulchiinsi…
Biiznasii Dameen baankii abbootii qabeenyaa alaaf banamuun jijjiirama olaanaa fida jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Dameen baankii Abbootii qabeenyaa alaaf banaa ta’uun jijjiirama olaanaa dame baankiirratti akka fidu ibsame. Manni Maree Ministirootaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Kooleejonni garaagaraa barattoota barsiisaa turan eebbisan Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kooleejiin ‘East Africa’ Damee Adaamaa baratoota gosa garagaraatiin barattoota sadarkaa digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 684 guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Waldaan Biyyaalessaa Saaxilamtoota Dhibee Juuzaam giddugala leenjii eebbisiise Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Waldaan Biyyaalessaa Saaxilamtoota Dhibee Juuzaam giddugala tajaajila galii argamsiisuu fi leenjii ijaarsisuun eebbisiiseera. Sirna eebbicharratti…
Oduu biyya keessaa Dr. Tewoodiroos gochaa naamusa dhaabbatichaan alaa raawwachuurraa akka of qusatan Ityoophiyaan… Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Tewoodiroos Adihaanoom qajeelfamaa naamusa hojjettoota dhaabbatichaa faallessu raawwachuu akka…
Fayyaa Hospitaalli Amboo harka qalleeyyii kuma 1 oliif yaala tola eegale Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Amboo namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsa wal’aansa fayyaa bilisaa kennuu eegale. Hospitaallichi…
Oduu biyya keessaa Amb. Hiruut qondaaltota Komishinii Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Beeljiyamitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa qondaaltota olaanaa Koomishinii Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Sochiin imaammata barnootaa hojiirra oolchuu eegaleera jedhame Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Damee barnootaan rakkoolee mudatan hambisuuf imaammata barnootaa haaraa qopheessuun sochiin qabatamaa taasisuu eegaluu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Adoolaa Waayyuutti hiriirri deeggarsaa fi balaaleffannaa gaggeeffame Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC)– Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffannaa ABUT fi shanee Godina Gujii Magaalaa Adoolaa Waayyuutti gaggeefameera. Hiriirtonnis…