Qaamolee nageenya biyyaa jeeqan ittisuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Nageenya biyyattii mirkaneessuuf ummaata Ityoophiyaa waliin qaamolee biyyaatti jeeqan ittisuun barbaachisaa ta’uu Bulchiinsi Magaala Dirree Dawaa ibse.…