Bulchiinsi Dirree Dawaa fi Embaasiin Ameerikaa hojjiilee waloon hojjetanirratti mari’atan
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Bulchiinsa Magaala Dirree Dawaa Obbo Kadiir Juhaarii fi Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Embaasiin Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An…