Dooktar Liyaan tajaajila tola ooltummaa fayyaa Saqoxaatti eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan sagantaa tajaajila tola ooltummaa gannaa “Gaarummaa fayyaa keenyaaf” jedhuun gaggeessuuf qabamee…