Leenjiin walitti bu’iinsa ittisuurratti kenname ergama nageenya kabachiisuu ga’umsaan bahachuuf…
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Leenjiin walitti bu’iinsa ittisuurratti kenname ergama nageenya kabachiisuu ga’umsaan bahachuuf hubannoo kan gabbise ta’uu Giddugalaa Nageenya Kabachiisaa…