Sanadi waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi mariiwwan siyaasaa bu’uuressu ragga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Waliigaltee dhukaasaa dhaabuutti kan qajeelchuu fi mariiwwan siyaasaa kan bu’uuressu sanada waliigaltee raggaasisuu Koreen olaanaan marii nageenyaa ibse.…