Naannoon Kibba-Lixaa baajata 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasiseera.
Hoggantuun Biiroo Maallaqaa fi Misooma…