Oduu biyya keessaa Hojii Kaadaastera lafaarratti komiin ka’u maali? Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti hojiin Kaadaastera Lafaa madda malaammaltummaa hamaa ta’eera jedhamuun komiin bal’inaan ka’aa jira. Faanaa Biroodkaastiingi…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a-Komishinicha Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessa. Komishinichi Dhaabbilee Barnoota…
Fayyaa Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaatti kutaan wal’ansa lafee tajaajila eegale Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaa kutaan tajaajila baqaqsanii wal’anuu lafee fi buusaalee tajaajila eegale. Kutichi tajaajila eegaluun lammiilee…
Oduu biyya keessaa Daandichi badhaasa “Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” injifate Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera. Badhaasichaas walitti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa… Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Mariyaam…
Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa:Gosee irraa hanga bu’uura diimokiraasii Addunyaatti Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Sirni Gadaa Booranaa gosee keessatti jalqabe suutumma guddachuun bulchiinsaa uummataa fi bu’uura diimokiraasii addunyaa jechuun himan qorattoonni fi…
Oduu biyya keessaa Ibsa Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Nagaa Nagaa Nagaa!!! Ummanni naannoo keenyaa, rakkoon nageenyaa yeroo dheeraaf isaa rakkisaa ture, karaa nagaa akka goolabamu yeroo garaa garaa hiriira nagaa gurguddoo gochuun waamicha…
Oduu biyya keessaa Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka oomishuuf hojjatamaa jira jedhame Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka hojitti galuuf hojjatamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal. Obbo…
Oduu biyya keessaa Komishinichi dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaa waliin mari’achaa jira Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa 56 irraa babba’an waliin mari’achaa jira. Komishinichi bakka…
Oduu biyya keessaa Dhugumaan Oromiyaatti ukkaamsaan jumlaa raawwataamaa jira? Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaa naannawaa tokko tokkotti tibbana gochaan ukkaamsaa jumlaa raawwatamaa jira odeeffannoon jedhu gama miidiyaalee hawaasummaan odeeffamaa…