Finfinneetti rasaasni kilaashii fi shugguxii kuma 17 ol meeshaalee waraanaa biroo waliin to’aaman
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa finfinneetti, seeraan alaa daddabarfamaa kan turan rasaasni kilaashii fi shugguxii kuma 17 ol meeshaalee waraanaa garaagaraa waliin to’aamuu…