Ityoophiyaatti hanga ammaatti namni dhibee maariyyee jaldeessaan qabame akka hinjirre ibsame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hanga ammaatti namni dhibee maariyyee jaldeessaan qabame akka hinjirre Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksise.
Haala…