Abbootiin Gadaa Tuulamaa lammiilee biyyaa alaa lama Oromootti moggaasan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Abbootiin Gadaa Tuulamaa lammiilee Chaayinaa lama gosa Ada'aatti guyyaa har’aa moggaasaniiru.
Moggaasaan lammiilee biroo ofitti qabuun Oromoon kan…