Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduun Ityoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduudhaan Ityoophiyaa qormaataa keessa baasuun milkaa’ina yaadnuuf…