Raayyichi harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa, harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Raayyaan Humna Qilleensaa harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa jirachuu Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa…