Oduu biyya keessaa Raajiin ‘Raajii hojjete!’ Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Dargaggoo Raajii Ashannaafii Yuunvarsittii Saayinsiifi teeknooloojii Adaamatti barnootaa isaan koorsiiwwan 60 fudhate hunda A+ (60+) galmeesisuun…
Oduu biyya keessaa Daandichi addunyaarraa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa fi Eeshiyaa walquunnamsiisu ta’uun… Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) –Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa daandiilee idil addunyaa jiran keessaa daandii filatamaa adda duree Afrikaa fi Eeshiyaa walquunnamsiisu ta’uun eerame.…
Oduu biyya keessaa Sirni gibiraa tuttuqqaa namaarra fagaataa ammayyaa’aa adeemuu qaba-Aadde Adaanach Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2014tti sagantaa sosochii kaffaltii gibiraa gaggeessa jira. Waltajjii sosochi kanarratti Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Pirezadaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Magaalaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Barattoonni eebbifamtan nageenya fi misooma biyyaaf dhaabbachuun dirqama- Pirofessor Iyyaasuu… Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Baratoonni eebbifamtan nageenyaa biyyaa qormaatni itti heddumate fi misooma biyyaaf dhaabbachuun dirqama jedhan Walitti Qabaan Boordii Yunivarsitii…
Oduu biyya keessaa Naannoleen baajata deeggarsaa fi galiiwwan waliiniirraa qoodni galii argatan dabalaa jiraachuun… Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoleen Baajata deeggarsaa fi galiiwwan waliiniirraa qoodni galii argatanii dabalaa jiraachuu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu…
Oduu biyya keessaa Waajjirri ministeerichaa biirolee naannolee fi dhaabbilee itti waamamoo waliin dameelee… Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa biirolee naannolee fi dhaabilee itti waamamoo waliin kallattii xiyyeeffannoo bara baajataa 2015rratti mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan tajaajila tola ooltummaa baatiiwwan Gannaa Naannoo Kibba Lixaatti eegalame Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti sagantaan tajaajila tola ooltummaa baatiiwwan Gannaa mata duree “Gaarummaa olka’iinsa Ityoophiyaaf”…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti pirojektin bishaan Meetirik kiyuubii kuma 86 maddisisu boru eebbifama Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Finfinneetti pirojektin bishaanii, bishaan meetirik kiyuubii kuma 86 maddisisu guyyaa boruu ni eebbifama. Pirojektichi baajataa Bulchiinsi Magalaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiiwwan garagaraa guyyaa har’aa barattoota barsiisaa turan eebbisaa jiru Debela Tadesse Jul 2, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Muummee barnootaa gargaraan barattoota digirii jalqabaa, lammaffaa fi sadaffaan barsiisa ture eebbisiiseera. Yuunivarsitichi…