Waajabila Faanaa Aanaa Daalochaatti re’een miila lamaa dhalatte Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Godina Silxee Aanaa Daalochaatti re’een tokko haala hinbaratamneen ilmoo miila lama qabdu dhaluun eerame. Re’een kunis deeggarsaa Ogeeyyii Kilinika…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli Galaanaa Birrii miiliyoona 65 oliin ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujii Lixaatti Hospitaala Sadarkaa jalqabaa Galaanaa eebbisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyyattiitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamu… Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Biyyattiitti, tarkaanfiin olaantummaa seeraa, nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamuu, cimee itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan karoora biyyaalessaa ishee galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf… Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karooraa biyyaalessaa isheen galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Duukamitti pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Bulchinsa Magaala Duukamitti piroojektoota bara 2014 keessaa hojjetaman keessaa pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa gaazii Raashiyaarraa argatu bakka buusuuf yoo xiqqaate waggoota sadii barbaachisa… Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa gaazii Raashiyaarraa argatu bakka buusuuf yoo xiqqaate waggoota sadii akka barbaachisu Ejensiin Sadarkaa Idil Addunyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan nyaata barattootaan qonnaan bultoota kuma 100 ol fayyadamtoota taasisu ifoome Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Sagantaan nyaata barattootaa Finfinnee, qonnaan bultoota Godinaa Addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee kuma 100 ol fayyadamtootaa taasisu ifoomeera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu naannolee hundatti cimee itti fufeera-TKM Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa, Gambeellaa, Beenishaangul Gumuz, Amaaraa fi Afaaritti hojiileen olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee itti fufuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti qamadii bonaan oomishi fooyyaa’a argamuu eerame Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Barana Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti jallisii bonaan oomishi qamadii fooyya’aan argamuu Biiroleen Qonnaa Naannolee lameenii ibsan. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ijaarsa magaalotaa cimsuurratti xiyyeeffachuun ajandaa magaalummaa haaraa dhugoomsuuf… Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) –Mootummaan ijaarsaa magaalotaa cimsuurratti xiyyeeffachuun ajandaa magaalummaa haaraa dhugoomsuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeeraa Magaalaa fi…