Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1034 Sa’uudiirraa gara biyyatti deebi’an Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin hojii lammiilee biyya alaarraa deebisuu gaggeeffameen Sa’uud Arabiyaarraa lammiilee kuma 1034 gara biyyatti deebi’aniiru. Kanneen…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinnee baroottan dhufan hojii fooyya’aa hojjechuu… Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa yaa’iin waliigalaa hundeeffama kokasii dubartoota Miseensota Mana Maree Finfinnee bara filannoo marsaa 3ffaa gaggeeffameera. Wayita…
Oduu biyya keessaa Finxaaleyyiin kufaatii irra ga’een abdii kutachuun tarkaanfii haaloo ba’iinsaa fudhachaa jiru-Obbo… Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Qindoomina ummataa fi qaamolee nageenyaan gareewwan finxaaleyyiin injifatamani abdii kutachuun kufaatti irra ga’eef tarkaanfii haaloo ba’iinsa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa Boongaa galan Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Naannoo Ummatoota Kibba-Lixaa Ityoophiyaa, Magaalaa Boongaa galaniiru. Wayita Magaala Boongaa…
Oduu biyya keessaa Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegale Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinee beeksise. Sirni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nageenyaa Gaanfa Afrikaa-Chaayinaa jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) -Yeroo jalqabaatiif yaa’iin nageenyaa Gaanfa Afrikaa-Chaayinaa (China-Horn Africa) Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’iin jalqabaa kun,…
Oduu biyya keessaa Amaaraa Miidiyaa Koorporeeshin chaanaalii afaanota 10’n tamsaasu hojii eegalchiise Debela Tadesse Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Dhaabbanni miidiyaa Amaaraa Miidiyaa Koorporeeshin, chaanaalii “Hibir AMC” jedhuun chaanalii televiizhinii afaanota 10’n tamsaasuu hojii…
Oduu biyya keessaa Nageenya Magaalaa Gaambeellaa ittifufiinsaan mirkaneessuuf qaamoleen nageenyaa qindoominaan… Debela Tadesse Jun 18, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Nageenya Magaalaa Gaambeellaa ittifufiinsaan mirkaneessuuf qaamoleen nageenyaa qindoominaan hojjechuu akka qaban Preezdaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Sarbamni mirga namoomaa nurra hingeenye-Shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiran Debela Tadesse Jun 18, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuutiin mirgi namoomaa shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiraanii kan hinsarbamne ta’uu…
Oduu biyya keessaa Barana Ityoophiyaatti qamadii toonii miiliyoona 2.4 argama jedhamee eegama-Biluumbargi Debela Tadesse Jun 18, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Barana Ityoophiyaatti oomishi qamadii toonii miiliyoona 2.4 akka eegamu Ministeera Qonnaa wabeeffachuun Biluumbargi gabaaseera. Gabaasni Biluumbargi…