Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa gufachiisan gabaan ala taasifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa isaa gufachiisan sirna gabaa keessaa ala taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…