Oduu biyya keessaa Lammiileen 125 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Liibaanositti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 125 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiilee Itiyoophiyaa biyyattitti haala…
Oduu biyya keessaa Baankichi Walga’ii Baankii Addunyaa fi IMF irratti hirmaachuun Maqaa gaarii Itiyoophiyaa ijaaruu,… Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Bankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa walga’ii waggaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata maallaqaa Addunyaa (IMF) irratti hirmaachuun maqaa gaarii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 56 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun godaantota seeraan alaa lammiilee Itiyoophiyaa 56 gara…
Ispoortii Cheelsii, Kiriistaal Paalaasii fi Westihaam morkattoota isaanii injifatan Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan taphoota har’a gaggeeffamaniin Cheelsiin, Kiriistaal Paalaasii fi Westi Haam morkattoota isaanii injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaaf deeggarsi meesaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman taasifame Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii Koomiishinii Gumurukaa waliin ta’uun ijaarsa manneen Raayyaa Humna Qilleensaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman…
Ispoortii Atileet Hawwii Fayyisaa Rikardii fooyyessuun injifatte Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Atileet Hawwii Fayyisaa Fiigicha Maaraatoonii Firaankifartitti gaggeeffame rikardii fooyyessuun injifatte. Dorgommii Maaraatoonii Dubartootaa Jarman…
Fayyaa Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu’uureffachuun qoricha garaagaraa omishuuf hojjechaa… Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu'uureffachuun qoricha garaagaraa biyya keessatti omishuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sirni…
Ispoortii Morkiin Arsenaalii fi Liiverpuul har’aa ni eegama Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan har’a taphoonni afur ni gaggeeffamu. Har’a sa’aatii 11:00 irraa eegaluun Kiristaal Paalaas Totenhaam Hotisper…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan Rikardii Haaraa galmeesse Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Atileet Yoomiif Qajeelchaan rikardii haaraa Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Addunyaa galmeesse. Atileet Yoomiif dorgommii Maaraatoonii Walakkaa…
Oduu biyya keessaa Gareen jila Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejiing Chaayinaa gale Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Gareen Jila Pirezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Fi Itti Gaafatamaa Giddugalaa Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraahiin…