Oduu biyya keessaa Kirkirri lafaa Awaash Fantaalleetti mudate Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Kirkirri lafaa naannawaa Awaash Fantaalleetti mudachuu Yuunivarsiitiin Samaraa ibse. Pireezidaantii Itti Aanaa Ce'umsaa Teeknooloojii fi Qorannoo…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hammattoo Walta’iinsa Laga Naayil gara raawwiitti seene Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo Walta'iinsa Laga Naayil har'arraa eegalee gara raawwiitti seenuu Ministirri Ministeera Bishaan fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Dooshaa Kabajame Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017(FBC)–Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Irreechi Malkaa Dooshaa haala ho’aa ta'een kabajamaa jira. Kabaja Ayyaana Irreechaa Malkaa Dooshaarratti Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Miidhaa sarara geejjiba baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreessuuf carraaqqiin taasifama jira Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Miidhaa sarara Geejjiba Baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreeuun tajaajilatti deebisuuf carraaqqiin taasifama jiraachuun Waldaan Aksiyoonaa Daandichaa…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Hammattoon…
Oduu biyya keessaa Giddugalli To’annoo bu’aalee bineensota bosonaa seeran alaa hojii eegale Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Saree Suuftuun Tumsamuun Giddugalli To’annoo Bu’aalee Bineensota Bosonaa Seeran Alaa hojii eegaleer. Abbaan Taayitaa Eegumsaa Bineensota Bosonaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Duraanii UK waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Dura Taa’aa Olaanaa Inistiitiyuutii Toonii Bileerii fi Ministira Muummee Duraanii Yuunaayitid Kiingidaam…
Oduu biyya keessaa Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa Noobeelii Nageenyaa 2024 injifate Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Haleellaa boombii Hiirooshimaa fi Nagaasaakii irraa lammiilee jaappaan lubbuun baraaramaniin kan hundeeffame Waldaan Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa…
Fayyaa Pirojektiin dhaabbilee fayyaa 300’f humna elektirikii dhiyeessuuf gargaaru ifoome Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pirojektiin dhaabbilee fayyaa 300’f humna elektirikii dhiyeessuuf gargaaru ifoomeera. Ministeerri Fayyaa pirojekticha wayita ifoomsetti,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf… Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf qophii taasisuu Tajaajilli Kominikeeshinii…