Ispoortii Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Arbaa Minci injifate Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa, Magaalaa Aarbaa Minci injifateera. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Kibxata Darbee Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban hundi Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e. Fulbaana 21, 2017 Bidiruuwwan…
Oduu biyya keessaa Shaggar carraalee damee tuuriizimiif oolan hedduu qabdi-Dooktar Tashoomaa Addunyaa Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Torban Turizimii Oromiyaa marsaa 4ffaan mata duree "Mul'ata Magaalaa Shaggar Dhugoomsuuf Qophaa'ummaa, Tooftaalee fi Carraalee Jiran" jedhuun…
Oduu biyya keessaa Sirni Axaarrii gaggeeffame Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Sirni Axaarrii Malkaa harsadee Bishooftuutti gaggeeffame. Sirnicharratti Abbaa Malkaa, Abbootii Gadaa, Haawwan Sinqee, Hayyoota, foolleewwaanii fi…
Oduu biyya keessaa Safuu fi Falasamaa Irreechaa Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Oromoon waggoota dheeraa dura irreecha akka jalqabe hayyoonni ni dubbatu. Ayyaanni Galateeffannaa fi Waaqeffannaa Irreechi Oromoo falaasaama fi ilaalcha Oromoon addunyaa kana keessatti…
Biiznasii Koreen Raawwii Naannawwaa Daldala Bilisaa Afrikaa Biyyaalessaa hojii eegale Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Koreen raawwii Naannawwaa Daldala Bilisaa Afrikaa biyyaalessaa guyyaa har'aa hojii eegaluun ibsame. Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannaawa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Walitti Qabaa Gamtaa Yuunivarsitoota Mootummaa waliin mari’ate Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Walitti Qabaa Gamtaa Yuunivarsitootaa Mootummaa fi Pireezidaantii Yuunivarsitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kifilee waliin…
Oduu biyya keessaa Karra hundatti Simannaan hirmaattota Irreechaaf ni taasifama-BATO Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Hirmaattota Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadeef karra hundatti simannaa taasisuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hojmaata damee loojistiksii sadarkaa Addunyaatti guddisuun akka barbaachisu himame Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Fooyyessiin diinagdee man-dhalee qixa karoorfameen guddina biyyaalessaa mirkaneessuuf hojmaata damee loojisitiksii fi geejjiba baaburaa hojmaata sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti Irreeffatamu qulqulleeffame Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) - Bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu Doloolloo Buddeenaa sagantaan qulqulleessuu gaggeeffameera. Saganti hoggantoonni Olaanoo mootummaa…