Biiznasii Gatiin boba’aa baatii Onkoloolessaa akka jirutti itti fufa Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gatiin gurgurtaa boba’aa baatii Onkoloolessaa gatii duraatiin kan gurguramu ta’uu ibsameera. Gatii boba’aa xiyyaaraa irraan kan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarse Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Irra deebiin filatamuu Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad ilaalchisee Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Irgoogeen wal harkaa fuudhiinsa hojii taasisan Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffama mootummaa haaraatiin Ministira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa ta’uun kan muudaman Dooktar Irgoogee Tasfaayeen Ministira…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu beeksifte Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu beeksiste. Tattaaffii Ityoophiyaan nageenyaa fi badhaadhina mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Gareen Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa loltoota waraana irratti miidhamaniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa loltoota waraana irratti miidhamanii Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xoor Hayiloochii jiraniif deeggarsa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaatiin durfamu daawwannaa hojiif Arbaa Minci gale Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaa Al Baasayiraan durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Arbaa Minci galuu ibsameera. Jilichaaf…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa wal harkaa fuudhiinsa hojii… Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffama mootummaa haaraatiin Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii ta’uun kan muudaman Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ministira Ministeera Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Jigjigaatti manneen barnootaa hundi hojii baruu fi barsiisuu eegalan Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Jigjigaatti manneen barnootaa hunda keessatti hojiin baruu fi barsiisuu bara 2014 eegaluu Biiroon Barnoota Magaalaa Jigjigaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma 700 fi kuma 50 ol deeggarsa taasise Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 50 oliin bite barattoota maatii harka qalleeyyii ta'aaniif deeggarsa…
Idil Addunyaa Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota lamaaf laatame Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota Maariyaa Riisaa fi Diimitrii Muraatov jedhamaniif laatameera. Maariyaa Riisaa gaazexeessituu…